1/2
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN screenshot 0
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN screenshot 1
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN Icon

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

Ethiomapps
Trustable Ranking IconAffidabile
1K+Download
16MBDimensione
Android Version Icon4.4 - 4.4.4+
Versione Android
6.0(02-06-2022)Ultima versione
-
(0 Recensioni)
Age ratingPEGI-3
Scarica
InformazioniRecensioniVersioniInformazioni
1/2

Descrizione di GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

"Namoonni baay’een ani beeku jireenyi maatii isaanii sababa xixiqqoodhaan diigameen arga. Sababni xixiqqoon kun akkamitti jireenya maatii kabajamaa kana akka kanatti diiga jechuun baay’ee natti dhaga’ama ture. Sababni isaa maali jechuu yeroon gadi fageenyaan yaadu inni guddaan maatiin sun kan sodaa Rabbii irratti ijaarame ta’uu dhabuudha. Fakkeenyaaf jalqabuma yeroo gaa’ila isaaniitiin duraa gurbaafi intalli karaa Rabbiin dhorge baay’ee irratti wal qunnamu. Yeroo nikaan hidhamus wantoota sharii’aa faallessan lakkoofsa hin qabnetu raawwatama. Inni guyyaa cidhaa immoo waan dubbatamee dhumuu miti. Akka Sheekhni tokko jedhanitti sharii’aan ummata keenya biratti kan inni hojiirra oolu hanga guyyaan cidhaatiifi du’aa dhufutti. Yeroo ciini dhufe ajajni Rabbii hunduu diigamee wanti Rabbiin hin jaallanne hunduu hojjatama. Muuziiqaan, isheen heerumtu qullaa manaa bahuun, marii (miizee) jedhanii warra fira hin taane fira fakkeessanii ajaja Rabbii diiguun, bosona adda addaa deemanii waan Rabbiin jibbu meeqaatama achitti dalaguun, qarshiin hammana hin jedhamne achitti gubamee dhumuun, yaa Allaah isa kamin dubbadhee isa kam dhiisa! Yaa Ummata Islaamaa Rabbiin isinitti haa ta’u! Garuu silaa yaa ummata keenya yeroo gammachuu Rabbiin yaadannaan Rabbiinis guyyaa rakkoo keenyaa nu yaadata ture. Mee ummanni guyyaa har’a wal fuudhu badii heddu irratti wal qunname akkamumatti jireenyi isaa fuulduraa milkaa’aa ta’a? Wallaahii jireenya haara galfiifi boqonnaa ta’uu hin danda’u. Kun tasumaa hin yaadamu. Kun mindaa wal madaaluu miti. Mindaan wal madaalu warra ajaja Rabbii irraa gara gale Rabbiin jireenya dhiphoo isa jiraachisuudha. Yoo irra keessi isaa gaarii fakkaatee mul’atellee keessi isaa yoomuu gaarii hin ta’u. " barressaa kitaabicha. Waluma galattii gorsonni afurtaman mana keenyaa haala sharia'aan Islaama jallatuu fi gargarsa Rabbittiin rakkoolee dangaa Rabii darbuun dhufaan ofirraa maqsuuf nugargaara. Galatani guddaan kan Rabbii tokkichaa yeroo ta'uu barressaa keeny Gaaliis Rabbii si irraa haqebalu jechaa, Islam House fi hunda keenyaaf Du'aii nuuf godha.

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN - Versione 6.0

(02-06-2022)
Altre versioni
Che cosa c'è di nuovoGorsii hanga 40 ittii deebie jiraa

Non ci sono ancora recensioni né valutazioni! Per essere il primo a lasciare un commento,

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN - Informazioni APK

Versione APK: 6.0Pacchetto: com.ethiomapps.bultiimana
Compatibilità Android: 4.4 - 4.4.4+ (KitKat)
Sviluppatore:EthiomappsAutorizzazioni:9
Nome: GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSANDimensione: 16 MBDownload: 0Versione : 6.0Data di uscita: 2022-06-02 15:55:02Schermo minimo: SMALLCPU Supportate:
ID del pacchetto: com.ethiomapps.bultiimanaFirma SHA1: 04:A9:9D:37:71:C6:0B:90:83:10:3C:C8:06:DB:32:1F:CF:D8:88:5BSviluppatore (CN): AndroidOrganizzazione (O): Google Inc.Localizzazione (L): Mountain ViewPaese (C): USStato/città (ST): CaliforniaID del pacchetto: com.ethiomapps.bultiimanaFirma SHA1: 04:A9:9D:37:71:C6:0B:90:83:10:3C:C8:06:DB:32:1F:CF:D8:88:5BSviluppatore (CN): AndroidOrganizzazione (O): Google Inc.Localizzazione (L): Mountain ViewPaese (C): USStato/città (ST): California

Ultima versione di GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

6.0Trust Icon Versions
2/6/2022
0 download16 MB Dimensione
Scarica